DHUKKUBA ABBAA SANGAA FI MIIDHAA INNI BEEYLADAA FI NAMA IRRAAN GAHU

Dhukkubni abbaa sangaa dhibee baakteeriyaa baasilus antiraasis jedhamuun kan dhufu ta’ee, beeyladootaa fi nama kan miidhudha.Dhibeen kun kan mul’atu beeyladoota marga nyaatan irratti yoo ta’u, kan inni darbus karaa hargansuu fi spore(dhandhalcha) baakteeriyaa yeroo marga dheedan kan argatanidha.Foon soorrattoonni kan dhibaman yeroo beeyladoota marga soorratan dhibamoo ta’an sooratanidha. Mallattoon dhibee kanaa du’a tasaa, ho’insa qaamaa, nama keessatti mallattoo rakkoo hargansuu, gogaa fi mar’mmaaniiti.Dhibeen kun kan inni ittifamuu danda’u; talaala kennuu, kanneen dhibaman addaan baasuu, beeyladoota dhibee abbaa sangaan du’an gubuu yookaan awwaaluudha.Dhukkubni kun keemikaalota akka penicillin, chloramphenicol, streptomycin, tetracycline fi erythromycin yaalamuu ni danda’a.

Subscribe to access this work and thousands more
Report
Overall Rating

0

5 Star
(0)
4 Star
(0)
3 Star
(0)
2 Star
(0)
1 Star
(0)
APA

Des, B. (2022). DHUKKUBA ABBAA SANGAA FI MIIDHAA INNI BEEYLADAA FI NAMA IRRAAN GAHU. Afribary. Retrieved from https://afribary.com/works/dhukkuba-abbaa-sangaa-fi-miidhaa-inni-beeyladaa-fi-nama-irraan-gahu

MLA 8th

Des, Bed "DHUKKUBA ABBAA SANGAA FI MIIDHAA INNI BEEYLADAA FI NAMA IRRAAN GAHU" Afribary. Afribary, 22 Jul. 2022, https://afribary.com/works/dhukkuba-abbaa-sangaa-fi-miidhaa-inni-beeyladaa-fi-nama-irraan-gahu. Accessed 29 Mar. 2024.

MLA7

Des, Bed . "DHUKKUBA ABBAA SANGAA FI MIIDHAA INNI BEEYLADAA FI NAMA IRRAAN GAHU". Afribary, Afribary, 22 Jul. 2022. Web. 29 Mar. 2024. < https://afribary.com/works/dhukkuba-abbaa-sangaa-fi-miidhaa-inni-beeyladaa-fi-nama-irraan-gahu >.

Chicago

Des, Bed . "DHUKKUBA ABBAA SANGAA FI MIIDHAA INNI BEEYLADAA FI NAMA IRRAAN GAHU" Afribary (2022). Accessed March 29, 2024. https://afribary.com/works/dhukkuba-abbaa-sangaa-fi-miidhaa-inni-beeyladaa-fi-nama-irraan-gahu

Document Details
By: Bed Des Field: Farm Management Type: Report 19 PAGES (3825 WORDS) (docx)