Farm Management Research Papers/Topics

DHUKKUBA ABBAA SANGAA FI MIIDHAA INNI BEEYLADAA FI NAMA IRRAAN GAHU

Dhukkubni abbaa sangaa dhibee baakteeriyaa baasilus antiraasis jedhamuun kan dhufu ta’ee, beeyladootaa fi nama kan miidhudha.Dhibeen kun kan mul’atu beeyladoota marga nyaatan irratti yoo ta’u, kan inni darbus karaa hargansuu fi spore(dhandhalcha) baakteeriyaa yeroo marga dheedan kan argatanidha.Foon soorrattoonni kan dhibaman yeroo beeyladoota marga soorratan dhibamoo ta’an sooratanidha. Mallattoon dhibee kanaa du’a tasaa, ho’insa qaamaa, nama keessatti mallattoo rakkoo hargansuu,...